Abdii illee: Geetaacho Asaffaa himate

Abdii Mohamoud Omar: Hogganaa duraanii tika biyyaalessaa himatan Qoodi kana waliin Faceboo Qoodi kana waliin WhatsAp Qoodi Image copyrightABDI MOHAMOUD OMAR/FACEBOOKGoodayyaa suuraaAbdi Iilee hogganaa duraanii tika biyyaalessaa himatan Hogganaan dhaabbata tika biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Obbo Getaachoo Asaffaa dhimma naannoo keenyaa keessa galuun rakkinoota hedduu nurraan gahaa turan jedhan pireezidantiin mootummaa Naannoo Somaalee Obbo Abdii Mohammad … Continue reading Abdii illee: Geetaacho Asaffaa himate

Advertisements

Dargaggeessa helikooptara butee baduun mormiisaa ibsate

oodi kana waliin Faceboo Qoodi kana waliin WhatsApp   Qoodi Image copyrightALAMYGoodayyaa suuraaKaappiteen Bahaayiluu Gabree mana hidhaa wayita bahuu harmeen isaa booyaa turte Filannoo bara 1997 irratti tarkaanfii mootummaan uummata irratti fudhataa ture mormuun balaliisisaan humna qillensaa yeroo sanaa Bahaayiluu Gabree fi ajajaan dhibbaa Abiyoot Maangudaay xiyyaara butuun jibuutii galan. Yeroo sana umuriin Bahaayiluu nama … Continue reading Dargaggeessa helikooptara butee baduun mormiisaa ibsate

Army gets additional appointees

Army gets additional appointees POLITICS Army gets additional appointees Kalid Ahmed Days after a major reshuffle in the top leadership of the Ethiopian Defense Forces, new appointees have been assigned to head the Ethiopian Air Force and Military Operations division of the Defense Forces, late this week. Accordingly, Yilma Meredassa (M.Gen) was assigned as Chief … Continue reading Army gets additional appointees

እስላማዊ ባንክ በኢትዮጵያ የሕግ መነጽር

እስላማዊ ባንክ በኢትዮጵያ የሕግ መነጽር በውብሸት ሙላት አሁን ላይ በብዙ ደርዘን የሚቆጠሩ አገሮች ሸሪዓን አክብረውና በዚሁ መሠረት ብቻ ተወስነው የባንክ አገልግሎት በመስጠት ላይ የሚገኙ የፋይናንስ ተቋማት አሉ፡፡ እነዚህ ባንኮች ደግሞ ከዓረቡ ዓለምና ከእስላማዊ አገሮች በተጨማሪም በምዕራቡ ዓለምም ዘንድ ከታወቁና ከተለመዱ ሰነባብተዋል፡፡ ባንኮቹም ኢስላማዊ ሕግጋትን አክብረው ከየአገሮቹ አሠራር ጋር ተጣጥመው መሥራታቸውን ቀጥለዋል፡፡ እነዚህ ባንኮችና መሰል የፋይናንስ … Continue reading እስላማዊ ባንክ በኢትዮጵያ የሕግ መነጽር

Shororkeessaan eenyu?

Shororkeessummaan taayitarra turuuf jecha uummata dararuu dabalata'' jedhananiiru Dr Abiy Ahimed Qoodi kana waliin Faceboo Qoodi kana waliin Twitter   Qoodi Image copyrightGETTY IMAGES Ministirri Mummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimad ibsa gaaffiiwwan miseensoota mana maree bakka bu'oota biyyattiif har'a taasisaniin, shororkeessummaan taayitaarra turuuf jecha ummata dadaruu dabalata jedhaniiru. Ministirrich mata dureewwan haala yeroo biyyattiin keessatti … Continue reading Shororkeessaan eenyu?

Birgaader Generaal Kamaal Galchuu MM Dr. Abiy Ahmad waliin Yugaandatti mari’ate. 

B. J Kamaal Galchuu: ''Ministira Muummee Dr. Abiy waliin Yugaandaatti mari'anne'' Qoodi Image copyrightOBS Haala siyaasaa biyya keessa jiru hubachuun karaa nagaan biyyatti galee qabsaa'uu akka barbaadu dhaabni Adda Tokkummaa Walabummaa Oromiyaa beeksise. Hayyudureen dhaabichaa Birgaader Janaraal Kamaal Galchuu BBC'tti akka dubbatanitti, jilli namoota jaha qabate guyyoota jaha booda Itoophiyaatti qajeela. Haala siyaasaa Itoophiyaa keessa … Continue reading Birgaader Generaal Kamaal Galchuu MM Dr. Abiy Ahmad waliin Yugaandatti mari’ate. 

​ABUT maaliif murtee koree hojii raawwachiftuu komachuu barbaade?

ABUT maaliif murtee koree hojii raawwachiftuu komachuu barbaade? Qoodi kana waliin Facebo Qoodi kana waliin Twitter   Qoodi Image copyrightTPLF FACEBOOK Miseensota paartii biyya bulchaa jiru afur keessaa tokko kan ta'e Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (ABUT), walgahii arifachiisaa Maqaleetti guyyoota sadiif gaggeefataa wayita xumuru ibsa baaseen, murteewwan waliin murteesse deebisee mormaa jiraachusaa beeksiseera. Ibsa … Continue reading ​ABUT maaliif murtee koree hojii raawwachiftuu komachuu barbaade?

Warra ajjeesan qofa osoo hintaane warra ajjeesisan hojii hiiksisaa jirra”

"Warra ajjeesan qofa osoo hintaane warra ajjeesisan hojii hiiksisaa jirra'' 12 Waxabajjii 2018 Qoodi kana waliin Facebook oodi kana waliin Twitter   Qoodi Goodayyaa suuraa''Mootummaan naannoo Oromiyaas uummata isaa cal jedhee bakkeetti hin gatu'' Sanbataafi Dilbata Darbe miseensonni poolisii adda Somaalee Hararge Lixaa aanaa Cinaaksanitti halleellaa egaalaniin walitti bu'iinsa dhalateen lubbuu namaa irratti miidhaan qaqqabuu … Continue reading Warra ajjeesan qofa osoo hintaane warra ajjeesisan hojii hiiksisaa jirra”

Gadaa koo keessatti Oromoon hunduu ni bilisooma’

6 Waxabajjii 2018 Qoodi kana waliin Facebook   Qoodi kana waliin Twitter   Qoodi Image copyrightGETTY IMA Gadaan Tuulamaa sirna baallii dabarsuu Fulbaana keessa jala bultii Ayyaana Irreechaa Hora Arsadiitti gaggeeffamuuf hojjechaa jira. Gogeessi Birmajii saddeeta tokko dura Roobaleerraa baallii fuudhe Melbaa/Horataatti dabarsa. Kanaaf Melbaan Abbaa Gadaa Miidhaksoo Gurmuu dhiyeeffateera. Namni Gadaa of harkaa qabu … Continue reading Gadaa koo keessatti Oromoon hunduu ni bilisooma’

Ethiopia PM to be honored as an ‘African hero’ in Uganda

Ethiopia PM to be honored as an 'African hero' in Uganda Ethiopia PM to be honored as an 'African hero' in Uganda Daniel Mumbere   Ethiopia’s prime minister, Abiy Ahmed is set to receive the highest distinction accorded to a head of state by the government of Uganda, as the latter celebrates National Heroes’ Day. … Continue reading Ethiopia PM to be honored as an ‘African hero’ in Uganda